Vuoi aiutare economicamente questo sito? Spiacenti, non accettiamo donazioni. Sorry, we ar not for sale. We are not liber, we are free!
Puoi farlo indirettamente acquistando il libro "Debito Formativo" di Valerio Di Stefano.
Oppure, acquisendo un abbonamento Audible per i nostri audiolibri. O per gli e-book su Mondadori Store. Oppure su Kobo.
Oppure... anche no! (Niente monetine da 2 euro, niente pizza o focaccia. Il caffè ci rende nervosi.)


This website is referral for adsterra.com, popcash.net, clickadu.com and iubenda.it!

Please visit our new website audiobookgratis.it and our brand new Encyclopaedia Britannica. It's absolutely free!

Now you can download our classical and etnic music archives in just one clic.

Privacy Policy - Cookie Policy - Termini e condizioni di servizio



Static Wikipedia: Italiano - Inglese - Francese - Spagnolo - Tedesco - Portoghese - Olandese - Polacco -
Russo - CineseTurco - Svedese - Swahili - Afrikaans - Vietnamita - Ebraico - Greco - Arabo - Coreano -
 Finlandese - Winaray - Giapponese - Ungherese - Bulgaro - Farsi - Danese - Hindi -
 Lituano - Lettone - Catalano - Euskera - Esperanto - Estone -Norvegese -Rumeno -

 Static Wikipedia - Other Languages:  aa - aab - als - am - amg - an -  arc- as - ba - bar - bat - bcl -  be - bh - bi - bm - bn - bo - bpy - br - bs - bug -
bxr
 - cdo - ce - ceb - ch - cho - chr - chy - co - cr - crh - cs - csb - cu - cv - cy- diq - dib - dv - dzee - eml  - ext -
 fa - ff - fiu - fj - fo - frp - fur - fy - ga - gan - gd - gl - glk . gn - got - gugv - ha - hak  - hif - ho - hr -
hsb  - hy - hz -ia- id - ie - ig - ii - ik - ilo - io - is - iu - jbo - jv - ka - kaa - kab - kg - ki - kj - kk - kl -
 km - kn - kr - ks - ksh - ku - kv - kw - ky - la - lad - lb - lbe - lg - li - lij - lmo - ln - lomdf - mg - mh -
 mi - mk - ml - mn - mo - mr - mt - mus -my - myv - mzn - na - nh - nap - ne - nds - new -ng - nn - nov -
nrm - nv - ny - oc - om - or - os - pag - pa - pdc - pih - pi - pms - ps - qu - rm - rmy - rn - rw -
 sa- sah - sc -scn - sco -sd - se - sg - sh - si - simple - sk - sl - sm - sn - so - sr - srn - ss - st -
stq - su - szl - ta - te - tet - tg - th - ti - tk - tl - tlh - tn - to - tpi - ts - tt - tum - tw - ty -
udm - ug - uk - ur - uz - ve - vec - vi - vls - vo - wa - war - wo - wuu -xal - xh - yi - yo - za - zea - zu -



Other Static Wikipedia: .org - .it - .net - .eu - com - controversi.org - literaturaespanola.es - Quality articles
Wikipedia for Schools: English - French - Spanish - Portuguese
101 free audiobooks - Stampa Alternativa - The Open DVD - Open Bach Project  - Liber Liber - PunchLibretti d'opera - Audioletture - Audible
Appunti di informatica libera - Conferenze - Audiobook PG - Bach Organ WorksEnglish PG -
Italiano PG - GNUtemberg - Guide LinuxAnonymous PG - Authors - ISO files -
Holy Bible: King James Version -  OnLine Bible - Spanish Reina Valera - French Segond - World English Bible - KJV Concordances - Concordanza Biblica

And don't forget our Wikipedia Dumps: HTML - JSONZIM

Help:Contents/Foto fi Qonqo Galchu - Wikipedia

Help:Contents/Foto fi Qonqo Galchu

From Wikipedia

Fakkii, Qonqo fi Video galchuu

[edit] Fakkii

Wa'ee mataa duree tokko yoo barresitanii, fakkii mataa duree suni wajiin walit-qabatee galchuun, dubistonni akka bayee hubatani fi akkasumas midhaginaa fuula sunitif bayee barbachisaa dha. Haa ta'u malee fakkiin atii galchituu kunii fakkii komputeraa, CD, Floppy disk kankee irraa galchittu miti, sunii dhisaa website biraa irra kopii gochuu hin dandesanii. Kunis waan Copyright violation ta'uuf, haa ta'uu malee fakkiin sunii yoo free license ta'ee duraan [1]it galchuu qabduu. Haa ta'u malee ammaf fakkii commons wikipedia irratti argamuu qofaa akkam akka galchuu dandetanii isaan garsisaa, fakkii [2] irratti argaman hundaa fayyadamu ni dandettu. Yeroo bayee filii galchuun barbachisaa miti, maliif? yoo jetaan commons wikipedianu mataa duree gossaa bayeef fakii ta'ee qaba.

[edit] Fakkii Commons

Beksisaa: yeroo kana gotaan fuula tokkotii commons wikipedia fi fuula biraa irratti bakka fakkii itti galchitani banuun garii dha.

  • Fuula commons wikipedia [3] irratti boksii search jedhutti jiraa (bita irratti) sunii kessatti fakkii malii akka barbadani ibsaa (kunii immo afaan oromon ta'uu qabu, ingliffa ta'uu qaba), ergaa xumurtani bodaa go kan jedhuu tuqaa. Fakkiin kunis jirachuu yokan jirachuu dhabuu danda'a, kunis sababa jechaa atii fayyadamtef ta'uu danda'a, kanaaf jechaa biraa wal-fakkatun yalli. Fakkenaa allabaa Oromo galchuuf Oromo jedhii katabii go tuqii, kunis waan Oromo adda adda fidaa. Haa ta'u malee kunii duraan barrefaman dhufaa, kanaaf barrefameen sunii fillachuu qabda. Fakkenaa kaa Oromo irratti Image:Et oromo.png kan jedhutti jiraa, sunii banuun immoo gara allaba Oromot isaan gessa, haa ta'u malee tokko tokkon banuu irraa salphatti Find media with Mayflower kan jedhuu tuqunii garii dha. Kunii immoo fakkii wa'ee Oromo commons wikimedia irratti argachuu dandettu hundaa si agarsisaa.
  • Achiin bodaa fakkii barbaduu filladhuu. Fakkenaa kana kessatti allabaa Oromo (dimaa adii gurachaa) filladha. Bakkii bayee xiyefachuu qabdan asii biraa, maliif? yoo jetaan nu kan kopii gochuu qabnu fakkii osoo hin ta'iin mataa duree fakkichati. Mataa dureen fakki kana Image:Et oromo.png dha. Jechaa kana gara barrefama kessanit kopii gochuun akka fakkiin suni achitti argamu tasisaa. Garuu jechii kopii gotaan jechaa Image: bodaa jiruu qofaa dha. Fakkena kanaaf Et oromo.png qofaa. Fakkii biraa kopii gochuufis hallumaa kanaan kopii gochuu ni dandettu.
  • Ergaa jechiicha kopii gotte bodaa, jechaa guttu filladhuu, Icon kessa (B, I, AB.... kessa) kan boksii ta'ee fakkii ofii kessa qabu, kan A fi xurumba jiduutii argamuu tuqii. Kuniis fakkiin sunii akka kanaan [[ ]] marfamuu tasisaa. Fakkenaa [[Image:Et oromo.png]]. Kan qofaa mitii jechaa sunii duratti Image:.. kan jedhuu daraa. Haa ta'uu malee wantii bekkuu qabdanii tokko yoo jiratee, kuniin fakkii bakka isaan barbadani isaan hin olka'u. Kanaafu mataa duree asiit annuu akka garii dubisaa...

[edit] Fakkii Midhagsuu

Fakkii sunii bakka sirritti olka'uf kaneen asii gadii gochuu ni dandettu. 1. [[Image:Et oromo.png|right|100px|thumb|Allaba Oromo]] -

  • Yoo qabatanii tatee nu kan kopii gonee Et oromo.png qofaa, yoo garuu boksii fakkii (A fi xurumba jiddu jiruu) tuqxan ofiin jechaa Et oromo.png jedhuu gara Image:Et oromo.png jijjira. Kanaaf Image: bodaa kan jiruu qofaa kopii gochuun kan barbachiseef.
  • Kan Image:Et oromo.png... bodaa jiraan garuu nutii baressu qaba. Yoo hubatanii tatee ergaa waan tokko barresinee bodaa kana (|) jiddutti galchuu qabna.
    • Kanaaf jechaa Image:Et oromo.png... annee ergaa (|) galchinee bodaa, right kan jedhutti jiraa kunii immoo tessoo fakkii suni akka gara mirgaa ta'ee ibsaa.
      • Fakkenaa 1 - Fuula Oromo irratti fakiin gara mirgaa jiraa. Kana irratti rightiit tajajilame.
    • Hallumaa kanan bitaa gochuu yoo barbadne left galchinaa
      • Fakkenaa 2 - Fuula Ozone layer irrattti fakiin gara bitaa jiraa. Kana irratti leftiit tajajilame.
    • Jiduu gochuu yoo barbadne immoo, center galchinna.
      • Fakkenaa 3 - Fuula Grand Canyon irratti fakiin jiduutti argama. Kana irratti centeriit tajajilame.
  • 100px - Kunii guddinaa fakkii suni jijjira. Lakkofsaa barbadanii hundaa fayyadamu ni dandetuu, garuu fuula suni wajiin kana ademuu fillachuun barbachisaa dha.
    • Fakkena 100px - Fakkiin xayaraa Oduu irratti argamu 100px dha.
    • Fakkena 150px - Fakkiin adunyaa Indian Ocean irratti argamu 150px dha.
    • Fakkena 240px - Fakkiin Epicenter irratti argamu 240px dha.
    • Fakkena 250px - Fakkiin katrinaa Tropical cyclone irratti argamu 250px dha.
    • Fakkena 800px - Fakkiin Grand Canyon irratti argamu 800px dha.
  • thumb - Wa'ee thumb ammaf dhisunii garii dha, maliif? yoo jetanii kan yeroo bayee fayyadamnu thumb waan ta'eef.
  • Ergaa waan barbadnu barresinee bodaa xumuraa irratti wa'ee fakii sunii barresuu qabna, kunis yoo fakkiin mulatuu namni wa'ee maan akka ta'ee akka bekkuu danda'uf isaa qarqaraa.
    • Fakkenaf fakkii Chocho'a Lafa irratti, fakkii adunyatti jiraa, yoo fakkii qofaa olkenee namni fakki adunyaa qofaa se'uu danda'a. Garuu sunii fakkii adunyaa qofaa miti, bakkii gurrata'ee mulattu bakka earthquakiin yeroo bayye itti gudatu dha.

Beksisaa: Qonqo fi Videolle halluma kanaan galchuu ni dandetuu. Haa ta'uu malee taphachisuuf software Java jedhamu isaan gafachuu danda'a. Kanaafu duraan Java download gochuu qabduu.

  • Microsoft Windows - Java Microsoft windowsiif download gochuuf gara websitii kana - [4] demaa. Achiin bodaa Windows XP/Vista/2000/2003 online kan jedhuu tuqaa.
  • Macintosh - Java Macintoshiif download gochuuf websitii kana - [5] demaa. Achiin bodaa Download Java from apple site kan jedhuu tuqaa, achiin bodaa 83MB kan jedhuu tuqaa.

Yoo Filii, qonqo fi video galchuu irratti gafii qabatan fi yoo wikimedia commons fayyadamu irratti rakoo qabatan ta'ee Ummataf Bana bakka jedhutti gafii kessaan olka'a. Fakkii, qonqo fi video tokko tokko ilaluuf Qonqo fi Video kan jedhuu bana.