Web Analytics

Static Wikipedia: Italiano - Inglese - Francese - Spagnolo - Tedesco - Portoghese- Olandese - Polacco - Russo - Turco - Svedese - Swahili - Afrikaans - Vietnamita - Ebraico - Greco - Arabo - Coreano - Finlandese - Winaray - Giapponese - Ungherese - Bulgaro - Farsi - Danese - HindiLituano - Lettone - Catalano - Euskera - Esperanto - Estone -Norvegese -
 Static Wikipedia - Other Languages:  aa - aab - als - am - amg - an -  arc- as - ba - bar - bat - bcl -  be - bh - bi - bm - bn - bo - bpy - br - bs - bug - bxr - cdo - ce - ceb - ch - cho - chr - chy - co - cr - crh - cs - csb - cu - cv - cy- diq - dib - dv - dzee - eml  - ext - fa - ff - fiu - fj - fo - frp - fur - fy - ga - gan - gd - gl - glk . gn - got - gugv - ha - hak  - hif - ho - hr - hsb  - hy - hz -ia- id - ie - ig - ii - ik - ilo - io - is - iu - jbo - jv - ka - kaa - kab - kg - ki - kj - kk - kl - km - kn - kr - ks - ksh - ku - kv - kw - ky - la - lad - lb - lbe - lg - li - lij - lmo - ln - lomdf - mg - mh - mi - mk - ml - mn - mo - mr - mt - mus -my - myv - mzn - na - nh - nap - ne - nds - new -ng - nn - nov - nrm - nv - ny -
Other Static Wikipedia: .org - .it - .net - .eu - com - controversi.org - literaturaespanola.es
Wikipedia for Schools: English - French - Spanish - Portuguese
101 free audiobooks - Stampa Alternativa - The Open DVD - Open Bach Project  - Liber Liber - PunchLibretti d'opera - Audioletture - Audible
Appunti di informatica libera - Conferenze - Audiobook PG - Bach Organ WorksEnglish PG - Italiano PG - GNUtemberg - Guide LinuxAnonymous PG -
Holy Bible: King James Version -  OnLine Bible - Spanish Reina Valera - French Segond - World English Bible - KJV Concordances - Concordanza Biblica -

Fuula Dura

From Wikipedia

Welcome To Oromo Wikipedia's Main Page
Nami Afaan Oromo bektan hunda barressu ni dandessu
Barresu Jalqabuf [1], barrefama jijjirama barbadanii ilaluuf kana bani.
WELCOME TO OROMO WIKIPEDIA
WELCOME TO OROMO WIKIPEDIA
ALLABA OROMO
ALLABA OROMO
Fuula Dura · Jijjirama Dhiho · Qarqarsa · Odeffano

Barressu · Ingliffa-Oromiffa · Barnotta · Oduu

Mataa Duree Hardha

COAGULATION

Coagulation akkatta xaxama dhigni walitti qabame jabba ta'u dha. Kuni immo kutta hemostasis (walit-anne jiggu dhigaa) kessa isaa barbachisaa dha, kunis yerro girgidaan tuboon dhigaa midhame jirru yoo walitti qabama platelet fi fibrin ofii kessa qabun dhiga'un yoo dhabatte, tuboo midhame qajjelchu jalqabu dha. Disorderiin coagulationiin kuniin midhama dhiga'u fi/yokan walit-qabamu dhiga fi embolismii fiddu danda'a.

Biology kessatti coagulationiin bayye eggama; hosiftotta hunda kessatti, coagulationiin kessatti lachuu: cellular (platelet) fi protein (coagulation factor) ofii kessa qaba. Akkataan coagulation kuni nama irratti waan bayye qo'atamuf nama kessatiis akkanuma bekkama.

Coagulationiin kan jalqabu yerro bayye ergaa nami tuboo dhigaa irratti midhama argatte midhami kuni immo endothelium (tartibaa tuboo) midhee dhufaa. Osoo hin turiin Plateletonni dhigii jiggu akka dhabatu hemostatic plug ummu kunis primary hemostasis (hemostasis duraa) jedhame bekkama. Yeroo hunda itti anne secondary hemostasis (hemostasis lammaffan) bakka fudhata, kunis yeroo proteiniin blood plasma kessatti argamu kan coagulation factor jedhamu yoo dafee dhaqabuf fibrin umme akka plugiin plateletiin umamee akka jabatuu godha.[1]


Mataa Duree Wal-Fakkatuu (Related Topics)


Portal:Biotechnology
Portal:Engineering
Portal:Energy
Oduu Sport Odeffanoo
Portal:Information technology
Portal:Space exploration
Portal:Transport
Barnotta Oromiya Qonqo fi Video



Odeffano Hara
Foto Hardha


  • Foto Hardha Falcon
Falcon
Falcon